quba harkaa dachaasanii yookiin haboottifatanii mataa namaa keessa dhawuu, gadi quwuu.
akkaataa ijoolleen reefuu deemsa calqabdu itti deemtu; Mucaan koo reefuu kurkura calqabdi.
waan bakka afuritti hirame keessaa harka tokko; Daabboo tokko irraa kurmaana isaa naaf cabse.
dhiyaana nyaatanii utuu namaaf hinsifaayin hafee foolii gadheen isaa garaadhaa ol nama dhufuu, de'uu...
saglaffaatti kan aanee dhufu; Dabareen kee saglaffaa irratti miti, kurnaffaadha.
amantii kiristaanaa keessatti waan Waaqi namaaf kenne keessaa harka sagal hambifatanii isa harka tok...
sagalee hirriba keessa dhageessisuu, hirriba keessa korrisuu; Rafnaan battaluma sana kurruufuutti ka...