kurnaffaa2 ma.

GAO

Hiika

amantii kiristaanaa keessatti waan Waaqi namaaf kenne keessaa harka sagal hambifatanii isa harka tokko kennan; Kurnaffaa Waaqaaf galchuun fedha ofii irraa ka'aniiti malee namni nama dirqisiisee miti.
Sponsors