Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
komee
GAO

"koma" ilaalaa.

komfii 1 ma.
GAO

agadaa dhama yookiin bishaan hinqabne, hoffaa.

komfii 2 ma.
GAO

irra lafaa, biyyoo.

komfii nyaachuu go.
GAO

1.biyyoo nyaachuu; Maal gurbaa, maaliif komfii nyaatta? 2. du'anii awwaalamuu.

komii
GAO

"koma 1" ilaalaa.

komiitee
GAO

"koree 1" ilaalaa.

kominiizimii ma.
GAO

ilaalcha addunyaa kan cunqursaan gitaa aKka badu, mi'i ittiin qabeenya horatan kan dhuunfaa utuu hin...

koministii ma.
GAO

nama yaada kominiizimii hordofu; Marksi namni jedhamu, namoota toora yaada kominiizimii hordofan war...

komora ma.
GAO

waan hamaa nama irra gaye irraa kan ka'e yaada namatti dhaga'amu, gadda, gom'a, gufufa.

komortuu ad.
GAO

dubartii gadda yookiin gufufa irra jirtu.

komoruu go.
GAO

komorri yookiin gaddi namatti dhaga'amuu; Kan du'e du'ee, komoruun yoo baay'ate abbaadhuma huba.

komoxxoxuu
GAO

"komxoxuu" ilaalaa.

kompaasii ma.
GAO

mi'a waan akka harka sa'aatii of keessaa qabu, kan yeroo hundaa gara borootti akeeku yookiin gara bo...

komxoxuu go.
GAO

yeroo dheeraadhaaf lafa turuu irraa kan ka'e arrii yaasee yammuu dhugan yookiin yammuu nyaatan afaan...

konfii 1 ma.
GAO

muka hokkoo kan qaramee ittiin biyyoo gonfaran, qonfarroo.

konfii 2 ma.
GAO

biyyoo; Konfiin si haa nyaattu.

konfolee ad.
GAO

nama gayeessaa gadii ijoollee olii, dardara, dargaggeessa.

konfoleessa
GAO

"konfolee" ilaalaa.

konkaa ad.
GAO

1. kan keessi duwwaa, qul'aa. 2. kan qalbiin Abbaan manaa irraa konkaa taate.

kony'ee ma.
GAO

barruu harkaa yookiin ganna harkaa kan waa hammaaruuf gadi dhooqsan; Akaayii kony'ee tokko naaf hamm...

Sponsors