Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
komxoxuu go.
komxoxuu go.
GAO
Hiika
yeroo dheeraadhaaf lafa turuu irraa kan ka'e arrii yaasee yammuu dhugan yookiin yammuu nyaatan afaanitti toluu diduu, fakkeenyaaf mi'aa farsoo lafa turee qabaachuu, komoxxoxuu, dhangaggaa'uu; Farsoo komxoxaan laphee nama hooqa.
Sponsors