Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
hiyyeessuu go.
GAO

akka hiyyeessa ta'u gochuu.

hiyyoomsuu go.
GAO

qabeenya fixachiisuu, deegsuu.

hiyyoomuu go.
GAO

horii dhabuu, deeguu.

hiyyummaa ma.
GAO

qabeenya dhabiisa, deega; Taa'uun hiyyummaa namatti fida.

hiyyuu
GAO

"iyyuu" ilaalaa.

ho'aa
GAO

"O'aa" ilaalaa

ho'ifachuu
GAO

"o'ifachuu" ilaalaa.

ho'ifamuu
GAO

"o'ifamuu" ilaalaa.

ho'ina
GAO

"o'ina" ilaalaa.

ho'isuu
GAO

"o'isuu" ilaalaa.

ho'uu 1
GAO

"oo'uu" ilaalaa.

ho'uu 2
GAO

"o'uu" ilaalaa.

hobbaafachiisuu go.
GAO

1. akka du'u gochuu, ajjeesuu. 2. rakkoo irraa (keessaa) baasuu, boqochiisuu.

hobbaafachuu go.
GAO

dhibee, rakkoo, dadhabbii, w.k.f. irraa hiikamuu, boqonnaa argachu. 2. namni rakkina guddaa keessa j...

hobbaafannaa ma.
GAO

1. du'iisa; Baay'ee dhibamee keleessa hobbaafate. 2. rakkoo keessaa bayiisa, boqonnaa.

hobdii
GAO

"oogdii"' ilaalaa.

hoboloo ma.
GAO

1.  muka akka gaarii kan qotileen harkiftee midhaan hoogdiitti guuran. 2."jabaloo" ilaalaa.

hobomboleettii ma.
GAO

bubbee marfamaa deemu kan awwaaraafi huuba yookiin waanuma danda'u mara waaqatti ol kaasu; Hobombole...

hodeessa
GAO

"odeessa" ilaalaa.

hodeessisuu
GAO

"odeessisuu" ilaalaa.

Sponsors