Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
hiikaa qotiyyii ma
GAO

yeroo qotiyyoo qonnaa irraa hiikan, yeroo qotiyyoo qonnaa irraa gadi lakkisan, hiikaa sangaa.

hiikamuu go.
GAO

1.hidhaa keessaa bawuu, hidhaa irraa gadi lakkifamuu. 2. nagaadhaan rakkoo malee dawuu, hoofkaluu, h...

hiikkachiisuu go.
GAO

akka hiikkatu gochuu.

hiikkachuu go.
GAO

1.horii hidhamee jiru hidhaa irraa gadi lakkifachuu. 2. hidhaa, sabbata, saqqii, w.k.f. ofi irraa ga...

hiikkannoo ma.
GAO

heerumsa durbi dhiira wajjin baddee heerumtu hawwii.

hiiksisuu go.
GAO

akka hiiku yookiin hiiktu gochuu.

hiikuu go.
GAO

bakka jiruu warraaqsuu, siiqsuu.

hiiqa ma.
GAO

1.bakka tokkoo bakka biraatti warraaqa. 2. jireenyaan guddacha, jiruun namaa jabaacha; Waanyoon hiiq...

hiiqa qabachuu go.
GAO

1.bu'aa qabaachuu; Dalqalli bunaa hiiqa qabaachuu hin'oolu. 2.guddina wayyaa'ina, jabeenya qabaachuu...

hiiqifachuu go.
GAO

akka namaa hidhamu gochuu.

hiiquu go.
GAO

bakka jiranii gara biraatti warraaquu, siquu.

hiisisuu go.
GAO

akka hidhu gochuu.

hiixacha
GAO

"hiIxata" ilaalaa.

hiixachiisuu go
GAO

akka hiixatu gochuu.

hiixachuu go.
GAO

1. harka yookiin naf ofii diriirsuu, wal keessaa yaasuu, harkisuu. 2. waa namaa kennuu; Abidda irraa...

hiixannaa
GAO

"hiixata" ilaalaa.

hiixata ma.
GAO

1.harka yookiin nafa ofii diriirsa, nafa wal keessaa yaasa yookiin harkisa. 2. waa namaa kenna.

hiixuu da. go.
GAO

kan dhiwoo yookiin kaluu hinta'in, fagoo; Manni isaanii as miti hiixuudha.

hila ma.
GAO

namaa jedhanii, yaadanii, na'anii of qusacha.

hilamuu go.
GAO

namaf na'amuu, yadamuu.

Sponsors