hiikkachuu go.

GAO

Hiika

1.horii hidhamee jiru hidhaa irraa gadi lakkifachuu. 2. hidhaa, sabbata, saqqii, w.k.f. ofi irraa gadhiisisuu, ofi irraa hiiku . 3. horii hidhamee jiru hiddaa irraa hatuu; Hattuun horii hiikkachuu guddiftee farda kana biraa hindeeminaa.
Sponsors