Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
harka bu'uu go.
GAO

tas argamu ykn qabamuu.

harka caaluu go.
GAO

1. harka guddaa nama qabu 2. gara caaluu, hedduu ta'uu isaa xiqqoo kenneeti ofii harka caalu fudhate...

harka dabarsuu go.
GAO

1.qodaa ofii namaa dabarsanii kennuu. 2. nama harkatti du'uu; Namni kun harka  si dabarsaa of eegi.

harka darbuu go.
GAO

nama ajjee'uu

harka dhawaa ma.
GAO

fuuni yookiin heerumni torban tokko achi hafee sirba waarii waarii walitti dhufanii sirban, waarisis...

harka dhawuu
GAO

"harka rukutuu" ilaalaa.

harka dhiquu go.
GAO

xurii harkaa miicuu.

harka fuuchaa ma.
GAO

dubartii deesse gaafacha, harka fuudhaa.

harka fuudhaa ma.
GAO

1.kenna dubartii deessee kennamu, gumaata. 2. harka fuuchaa matta'aa yockiin gubboo.

harka fuudhuu go.
GAO

nagaa gaalachu, dubbisuu. 2 dubartii deessee gumaata kennuu.

harka haxaawuu go.
GAO

harka qulqulleeffachuu. 2. harka duwwaatti hafuu, homaa dhabuu.

harka irra qabuu go.
GAO

waa irraa dowwuuf harka ofii dawoo taasisuu.

harka ma.
GAO

qaama bobaadhaa qabee hamma qubaatti jiru; Harki hanna bare dooluutu  socho'a.

harka rukutuu go.
GAO

1.waan ta'eef harka dhawuu. 2 .harka waliin dhawuu. 3. barruu harkaa yookiin ganna waliin rukuta wal...

harka tokko ad.
GAO

1. kan jiru keessaa wan tokko. 2. gargaarsa malee, qobaa.

harka toluu go.
GAO

1.wan hojjetan namaa miidhaguu. 2. waan qaban irraa namaa kennuu, qunxuruu.

harkaa baduu go.
GAO

1. waan ta'e nama harkaa bu'ee baduu. mucaan nama jalaa du'uu. 3.waan ta'e rraanfachuu.

harkaa bu'uu go.
GAO

1. waan ta'e nama harkaa kufee baduu 2. qabeenyi nama harkaa dhumuu,horii fixachuu.

harkaa ce'uu go.
GAO

harkaa bawuu yookiin g bawuu; Dubbiitu si harkaa kana jettee?

harkaa dhabuu go.
GAO

1. harka duwwaa ta'uu, of harkaa waa dhabuu 2. hiyyeessa ta'uu, qabeenya dhabuu; "Harkaa dhabni inta...

Sponsors