Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
harkaa dhabuu go.
harkaa dhabuu go.
GAO
Hiika
1. harka duwwaa ta'uu, of harkaa waa dhabuu 2. hiyyeessa ta'uu, qabeenya dhabuu; "Harkaa dhabni intala abbaa lafaa nama dhabsiisa."
Sponsors