Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
ha'oo ma.
GAO

ilkaan golee afaan keessaa kanm

ha'uu go.
GAO

1. waan ta'e humnaan harka keessaa baasanii bakka biraa buusuu, darbachuu, darbuu. 2. hammeenya nama...

haa 1 je.
GAO

1. gulantaa sadaffaa yookiin gulantaa tokkooffaa danuu yookiin baay' ee irratti ajaja harka duubaa y...

haa 2 je.
GAO

Sagalee ittiin loon sossoban, kan ittiin dhaabadhu jedhaniin, .haay

haabucaa
GAO

"habucaa" ilaalaa.

haada 1 ma.
GAO

micciirraa migraa, qaacaa, of ichoo w.k. f. , fooyaa funyoo; "Gaangeen haada kutte jennaan ofittuu g...

haada 2 ma.
GAO

rifeensa haaduudhaan muranii fixa; "Mataa gowwaatti haada baran."

haadamaa ad.
GAO

kan haadame.

haadamuu go.
GAO

milaacciidhaan  rifeensamataa muranii akka moluu fakkeessuu.

haaddachiisuu go.
GAO

akka haaddatu gochuu.

haaddachu go.
GAO

haaduun rifeensa nafa ofii irraa fixachuu, moluu fakkeessuu.

haaddamuu
GAO

"haadamuu" ilaalaa.

haaddannaa ma.
GAO

rifeensa nafa ofii irraa haaduun muranii fixacha.

haadhachiisuu go.
GAO

akka haadhu gochuu.

haadhachuu go.
GAO

waan ta'e gara ofitti haruu, haadhuu.

haadhoo ma.
GAO

1.tan dhaltee beektu, haadha. 2. kan wajjin dhalatan, obboleessa yookiin obboleettii.

haadhuu go.
GAO

1.oliif gadi bittinsuu, saaquu. 2. abidda fudhachuu; Ollaadhaa abidda haadhuu dhiistee keetuma sirri...

haadsisuu go.
GAO

akka haadu gochuu.

haaduu 1 go.
GAO

rifeensa muranii fixuu.

haaduu 2 ma.
GAO

meeshaa rifeensa ittiin haadan yookiin muran.

Sponsors