Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
haa 1 je.
haa 1 je.
GAO
Hiika
1. gulantaa sadaffaa yookiin gulantaa tokkooffaa danuu yookiin baay' ee irratti ajaja harka duubaa yookiin nama biraa kanagarsiisu; Haa dhugan; Haa argan. 2. gulanta sadaffaa irratti hawwii kan agarsiisu; Waaqayyoo haa ulfaatu; Ilmi siif haa guddatu.
Sponsors