Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
galtuu 2 ad.
GAO

nama beekumsa harkaa hinqabne, boosetti, raatuu.

galuu go.
GAO

1. waa keessa seenuu yookiin wayitti lixuu. 2. miseensa ta'uu; Loltuu galeeti du'e. 3. iddoo dhaqee ...

gama 1 da.go.
GAO

waan jidduu jiruu achi, laga irraa yookiin booldha irraa gara achi aanu, maddii achi aanu; Gama dhaa...

gama 2 ma.
GAO

rifeensa gatiittii kotte duudaa gubbaa irratti argamu, gamada; Yammuu guluftu akka hinkufne gama qab...

gama 3 ma.
GAO

wayi irraa deebii dida, wayitti ram'a; Maal balleessiteeti ajjeesu malee jedhee sitti gamaa?

gamaa gamana da. go.
GAO

gamasaniifi gama kana, bitaafi mirga booldhaa; Gamaa gamana dhaabbattaniiti walitti haasoftan.

gamada 1
GAO

"gama 2 " ilaalaa.

gamada 2
GAO

"haacha 1 " ilaalaa.

gamana da.go.
GAO

gama kana, gara kana, gara as aanu kana, lagaan yookiin booldha  gara as aanu.

gamas .da. go.
GAO

gama san, gara  achi aanu san; Gamas dhaabadhuu gamanatti lallabi.

gambaallee ma.
GAO

1. waan gogaa irraa hojjetamu, kan oggaa farda  yabbatan sarbaatti keewwatan. 2. shurraabii oggaa k...

gambelo ma.
GAO

gosa mukaa.

gamboo 1 ma.
GAO

hubboo xiqqoo morma dheerattu, Kan ijoolleen bishaan ittiin waraabdu, daarbee, barcaa.

gamboo 2 ma.
GAO

dhukkuba kan malaa dhaqna keessaa yaasu, kan akka laayyootti hinfayyine.

gamda gochuu go.
GAO

rukuttaa takkittiidhaan dhahanii irraa buusuu.

gameelcha ma.
GAO

dubbii cinaadhaa nama biraatti qabatanii dubbachuun nama arrabsan, gabaalcha; Gameelcha arrabseeti n...

gameessa ad.
GAO

nama beekumsa gabu, collee, gamna.

gamisa ad.
GAO

waan wal qixxeetti bakka lamatti addaan baye keessaa harka tokko, qixxee, walakkaa.

gamisuu go.
GAO

waan guutuu walakkaa irraa kaasanii gamisa gochuu. gammaduu go.

gammaduu go.
GAO

gammachuu argachuu; Kan gammadu nama yaanni isaa guuteeti.

Sponsors