Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
fixamuu go.
GAO

lafa irraa dhumuu; Horiin dhukkubaan lafa irraa fiixaman.

fixamuu go.
GAO

lafa irraa dhumuu; Horiin dhukkubaan lafa irraa fiixaman.

fixeensa ma.
GAO

bishaan ganama barii yookiin garamu barraaqaa marga irratt1 bu'u yookiin immoo roobee gaafa caame bo...

fixeensi bu'uu go.
GAO

margi fixeensa qabaachuu; Fixeensi bu'u malee horii ganamaan hinyaasin. 2. marga irraa fixeensi bu'u...

fixifixoo ma.
GAO

nyaata akka shoorbaa akka ataakltii irraa qophaa'u.

fixuu go.
GAO

bakkaan gawuu, akka dhumu gochuu; Mana ijaaree fixe.

focii ma.
GAO

bineensa adurree fakkaattu kan fooliin ishii gar malee ajaa'u.

foddaa ma.
GAO

hulaa qilleensiifi ittin akka mana seenaniifi ba'an godhu, maskootti.

fodoo ad.
GAO

dhundhula yookiin conqola'aa.

fodooddoo galuu go.
GAO

gadi dhundhulanu yookiin conqola'anii rafuu.

foggi ma.
GAO

allaattii raqa nyaatu, Joobira.

fokkachiisuu go.
GAO

fokkataa taasisuu, bifa dhabsiisuu.

fokkachuu go.
GAO

bareedina dhabuu; Abbaan ofitti hinfokkatu.

fokkataa ad.
GAO

kan bifa yookiin bareedina hinqabne, fokkisa

fokkina
GAO

"fokkisa" ilaalaa.

fokkisa ma.
GAO

bareeda dhabiisa, Fokkisa jechuun dhabi.

fokkisaa
GAO

"fokkataa" ilaalaa.

fokkisiisuu go.
GAO

akka fokkisu gochuu.

fokkisuu go.
GAO

bareedina dhabuu; Namni kan fokkisu yoo deege duwwaadha.

fokkuu ma.
GAO

hir'ina qabeenyaa, Hojiin kee fokkuu hinqabu.

Sponsors