fixeensi bu'uu go.

GAO

Hiika

margi fixeensa qabaachuu; Fixeensi bu'u malee horii ganamaan hinyaasin. 2. marga irraa fixeensi bu'uu; Erga f1xeensi bu'ee booda horii margatti yaasuun bayeessa.
Sponsors