Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
eelee ma.
GAO

sibila yookiin suphee diriiraa kan waa irratti bilcheessan.

eelee ma.
GAO

sibila yookiin suphee diriiraa kan waa irratti bilcheessan.

eelee sibiilaa ma.
GAO

1.eelee sibiila irraa tolfa'u ka biddeena yookiin qixxaa irratti tolchan. 2. eelee waa irratti akaaw...

eelee sibiilaa ma.
GAO

1.eelee sibiila irraa tolfa'u ka biddeena yookiin qixxaa irratti tolchan. 2. eelee waa irratti akaaw...

eemara ma.
GAO

hima yooki1n gorsa karja gaarii nama qabsiisu.

eemara ma.
GAO

hima yooki1n gorsa karja gaarii nama qabsiisu.

eemmee ma.
GAO

1. dhala sa'aa, jabbii. 2. sagalee Jabbii ittin waaman.

eemmee ma.
GAO

1. dhala sa'aa, jabbii. 2. sagalee Jabbii ittin waaman.

eemmoo
GAO

ree'ee ilaalaa.

eenga'aa ad.
GAO

kan eenga'u.

eenga'aa ad.
GAO

kan eenga'u.

eenga'uu
GAO

(yeroo baay'ee ijoolleef) qananii guddina irraa kan ka'e waan ta'eefis, waan hintaaneefis boowuu, qu...

eenga'uu
GAO

(yeroo baay'ee ijoolleef) qananii guddina irraa kan ka'e waan ta'eefis, waan hintaaneefis boowuu, qu...

eengaasisuu go.
GAO

akka eenga'u gochuu.

eengaasisuu go.
GAO

akka eenga'u gochuu.

eengaatuu ad.
GAO

tan eengaatu.

eengaatuu ad.
GAO

tan eengaatu.

eessa da. go.
GAO

sagalee bakka wanti tokko jiru yookiin argamu ittii nama gaafatan, "iddoo kam Jechuu."

eessa da. go.
GAO

sagalee bakka wanti tokko jiru yookiin argamu ittii nama gaafatan, "iddoo kam Jechuu."

eessuma ma.
GAO

obboleessa haadhaa.

Sponsors