eenga'uu

GAO

Hiika

(yeroo baay'ee ijoolleef) qananii guddina irraa kan ka'e waan ta'eefis, waan hintaaneefis boowuu, quuna'uu; Mucaan qananiin guddisan eenga'uu baayifti.
Sponsors