Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
duubaa ma.
GAO

mataa kooraa gara booddee kan itti irkatan.

duubaa ma.
GAO

mataa kooraa gara booddee kan itti irkatan.

duubboo ma.
GAO

qorra qoraan waan bobeeffatan dhaba irraa dhufu fakkeenyaaf buddeena waan ittiin bilcheeffatan yooki...

duubboo ma.
GAO

qorra qoraan waan bobeeffatan dhaba irraa dhufu fakkeenyaaf buddeena waan ittiin bilcheeffatan yooki...

duudduu ad.
GAO

1. tan gurri ishee duudaa. 2. dubartii gorsa namaa hindhageenye yookiin tan gorsa hinfudhanne. 3. t...

duudduu ad.
GAO

1. tan gurri ishee duudaa. 2. dubartii gorsa namaa hindhageenye yookiin tan gorsa hinfudhanne. 3. ta...

duudee ma.
GAO

qarshii yookiin saantima, kan sharafni ishii xiqqoo ta'e, sharfee, neera, Meezo, firaankaa tokko, sa...

duudee ma.
GAO

qarshii yookiin saantima, kan sharafni ishii xiqqoo ta'e, sharfee, neera, Meezo, firaankaa tokko, sa...

duuduu go.
GAO

duudaa ta'uu; Gurri isaa duuduun tureera.

duuduu go.
GAO

duudaa ta'uu; Gurri isaa duuduun tureera.

ebicha
GAO

"eebicha" ilaalaa.

eda da.go.
GAO

halkan darbe, halkan kaleessaa.

eda da.go.
GAO

halkan darbe, halkan kaleessaa.

edaa da. go.
GAO

jecha yeroo waa namaa galu ittiin beeksisan; Edaa akkas ture?

edaa da. go.
GAO

jecha yeroo waa namaa galu ittiin beeksisan; Edaa akkas ture?

Edana da.go.
GAO

halkan har'aa, halkan dhufu.

Edana da.go.
GAO

halkan har'aa, halkan dhufu.

eddoo da.go.
GAO

bakka yookiin urgee; Manni kee eddoo kamii?

eddoo da.go.
GAO

bakka yookiin urgee; Manni kee eddoo kamii?

Ee
GAO

qubee Oromoo kan tarree shanaffaa irratti argamu; A,B,C, D, E, ....

Sponsors