duudduu ad.

GAO

Hiika


1. tan gurri ishee duudaa. 2. dubartii gorsa namaa hindhageenye yookiin tan gorsa hinfudhanne. 3. tan cufamte, tan uraa hinqabaatin; Intala duudduu fuudhe (tan dhiirri bira gawuu hindandeenye).

Sponsors