Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dunquqqaa 'uu go.
GAO

dunquqquun namatti dhaga'amuu.

dunquqqaa' aa ad.
GAO

kan dunquqqi gadi isa hinlakkisin.

dunquqqaa' aa ad.
GAO

kan dunquqqi gadi isa hinlakkisin.

dunquqqooftuu ad.
GAO

tan dunquqquun gadi ishee hinlakkisin.

dunquqqooftuu ad.
GAO

tan dunquqquun gadi ishee hinlakkisin.

dunquqquu go.
GAO

hirriba utuu hinfixatin battala dammaqan ittiwaan namatti dhaga'amu; Dunquqqu keessa jiraaf waan inn...

dunquqquu go.
GAO

hirriba utuu hinfixatin battala dammaqan ittiwaan namatti dhaga'amu; Dunquqqu keessa jiraaf waan inn...

dunuunfachuu go.
GAO

baallee ija larnrnan walitti fidanii ija cufuu. 2.hirribi nama fudhachuu; Dunuunfatee jiraa, dhaqee...

dunuunfachuu go.
GAO

baallee ija larnrnan walitti fidanii ija cufuu. 2.hirribi nama fudhachuu; Dunuunfatee jiraa, dhaqee ...

dunuunfannaa ma.
GAO

baallee ija walitti cufiinsa.

dunuunfannaa ma.
GAO

baallee ija walitti cufiinsa.

dur
GAO

"dura 1" ilaalaa.

dur'aa 1 ad.
GAO

kan dura bu'ee dhufu· yookiin jiru.

dur'aa 1 ad.
GAO

kan dura bu'ee dhufu· yookiin jiru.

dur'aa 2 ma.
GAO

mataa kooraa gara fuulduraan kan qomoofi gilaaahiin itti diramu.

dur'aa 2 ma.
GAO

mataa kooraa gara fuulduraan kan qomoofi gilaaahiin itti diramu.

dur'uu go.
GAO

1. waanti tokko akka dura bu'ee dhufu gochuu; Na dursi (na dabarsii-nan ariifadha 2. fuuldura jiraa...

dur'uu go.
GAO

1. waanti tokko akka dura bu'ee dhufu gochuu; Na dursi (na dabarsii-nan ariifadha 2. fuuldura jiraac...

dura 1 da.go.
GAO

1 . yeroo achi fagaatu, bara Abbaa Gadaa; Dura namni biraa biyya keenya kana keessa hinturre. 2. bak...

dura 1 da.go.
GAO

1 . yeroo achi fagaatu, bara Abbaa Gadaa; Dura namni biraa biyya keenya kana keessa hinturre. 2. bak...

Sponsors