dur'uu go.

GAO

Hiika

1. waanti tokko akka dura bu'ee dhufu gochuu; Na dursi (na dabarsii-nan ariifadha 2. fuuldura jiraachuu; Hojii kana irratti anatu siĀ  dursa. 3. mataa ofii caalaatti namaa yookiin waan biraatiif yaaduu; Biyyi haa dur'uu.
Sponsors