Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dulluma ma.
GAO

1.dullacha ta'insa; Dullumatu si qabate. 2. dadhabb1i yeroo dargaggummaa fixatan namatti dhaga'amu;...

dulluma ma.
GAO

1.dullacha ta'insa; Dullumatu si qabate. 2. dadhabb1i yeroo dargaggummaa fixatan namatti dhaga'amu; ...

dumaansoo
GAO

"duumessa" ilaalaa.

dumashii ma.
GAO

nama yeroo obboleessa isaa du'u niitii obboleessa isaa irraa dhalchu.

dumashii ma.
GAO

nama yeroo obboleessa isaa du'u niitii obboleessa isaa irraa dhalchu.

dumbulloo 1 ma.
GAO

gosa qarshii yookiin saantimaa kan ta'e, doolchee, sharfee, neera yookiin meezoo lama, firaankaa yoo...

dumbulloo 1 ma.
GAO

gosa qarshii yookiin saantimaa kan ta'e, doolchee, sharfee, neera yookiin meezoo lama, firaankaa yoo...

dumbulloo 2 ad.
GAO

ijoollummaadhan nafa guutuu wal keessaa tan qabdu; Intala dumbulloo tokko fuudhe.

dumbulloo 2 ad.
GAO

ijoollummaadhan nafa guutuu wal keessaa tan qabdu; Intala dumbulloo tokko fuudhe.

dumeessa
GAO

"duumessa" ilaalaa

dumiishoo ma.
GAO

gargaarsa hojii daboo.

dumiishoo ma.
GAO

gargaarsa hojii daboo.

dummunyii ma.
GAO

faaya yookiin jifaara ilka arbaa irraa hojjetamu, kan irree harkaa irratti, miilla irratti yookiin m...

dummunyii ma.
GAO

faaya yookiin jifaara ilka arbaa irraa hojjetamu, kan irree harkaa irratti, miilla irratti yookiin m...

duniyaa ma.
GAO

qabeenya horii.

duniyaa ma.
GAO

qabeenya horii.

dunkaana ma.
GAO

mi'a akka manaa ol utubamee jala taa'an, keessa yeroo hedduu sharaa makiinaatti uffisan irru hodhamu...

dunkaana ma.
GAO

mi'a akka manaa ol utubamee jala taa'an, keessa yeroo hedduu sharaa makiinaatti uffisan irru hodhamu...

dunna
GAO

"duta" ilaalaa.

dunquqqaa 'uu go.
GAO

dunquqquun namatti dhaga'amuu.

Sponsors