Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dummunyii ma.
dummunyii ma.
GAO
Hiika
faaya yookiin jifaara ilka arbaa irraa hojjetamu, kan irree harkaa irratti, miilla irratti yookiin mormatti keewwamu, eerbora; Aadaa Anyuwaaki keessatti dhiirri dummunyii kennu malee niitii hinfuudhu.
Sponsors