Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dugda kutuu go.
GAO

dugdi dhukkubuu; Waan isaa  hinbeekuu dugda na kuta.  2.naasisuu;ooduu hin taane tokko natti hime...

dugda kutuu go.
GAO

dugdi dhukkubuu; Waan isaa  hinbeekuu dugda na kuta.  2.naasisuu;ooduu hin taane tokko natti himee...

dugdaafi garaa ta'uu go.
GAO

walii galuu dadhabuu, wal dhiituu (yaadaan) , Yaadi kootiifi yaadi isaa dugdaafi garaadha.

dugdaafi garaa ta'uu go.
GAO

walii galuu dadhabuu, wal dhiituu (yaadaan) , Yaadi kootiifi yaadi isaa dugdaafi garaadha.

dukkana ad.
GAO

1. bifa ifa keessa hinjrre. Halkan dukkana,

dukkana ad.
GAO

1. bifa ifa keessa hinjrre. Halkan dukkana,

dukkana limixii ad.
GAO

dukkana hamaa, kan waan tokkollee hinagarsiifne.

dukkana limixii ad.
GAO

dukkana hamaa, kan waan tokkollee hinagarsiifne.

dukkana roobaa ma.
GAO

dukkana liwixii.

dukkana roobaa ma.
GAO

dukkana liwixii.

dukkanaa bawuu go.
GAO

1.ifa argachuu. 2. beekumsa argachuu, wallaala keessaa bawuu; Eega saayinsiin dagaagee mucaan namaa...

dukkanaa bawuu go.
GAO

1.ifa argachuu. 2. beekumsa argachuu, wallaala keessaa bawuu; Eega saayinsiin dagaagee mucaan namaa ...

dukkanaawuu go.
GAO

1. ifti badee dukkanni bakka isaa fudhachuu. 2. nyaara yookiin fuula walitti guuru : Abbaan itti dhe...

dukkanaawuu go.
GAO

1. ifti badee dukkanni bakka isaa fudhachuu. 2. nyaara yookiin fuula walitti guuru : Abbaan itti dhe...

dukkaneessuu go.
GAO

1.akka dukkanaawu gochuu. 2. fuulaan gammachuu dhabuu ofii agarsiisuu; Fuula dukkaneessuu.

dukkaneessuu go.
GAO

1.akka dukkanaawu gochuu. 2. fuulaan gammachuu dhabuu ofii agarsiisuu; Fuula dukkaneessuu.

dukkoo ad.
GAO

bakka dukkanaawaa, dawoo; Dukkoo keessa yoo taa'an namni nama hinargu.

dukkoo ad.
GAO

bakka dukkanaawaa, dawoo; Dukkoo keessa yoo taa'an namni nama hinargu.

dukkuu ad.
GAO

midhaan yeroo baay'ee aduudhaan gogee jiidha of keessaa hinfixatin; Boqqolloo dukkuun akka boqqolloo...

dukkuu ad.
GAO

midhaan yeroo baay'ee aduudhaan gogee jiidha of keessaa hinfixatin; Boqqolloo dukkuun akka boqqolloo...

Sponsors