dukkanaawuu go.

GAO

Hiika

1. ifti badee dukkanni bakka isaa fudhachuu. 2. nyaara yookiin fuula walitti guuru : Abbaan itti dheekkamnaan ilmi isaa fuulli dukkanaa'e.
Sponsors