Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dhumii
GAO

"dhuma" ilaalaa.

dhumtuu ad.
GAO

dubartii yookiin nama dhume,dadhabduu(rakkina irraan kan ka'e);Intala dhumtuu tokkotu mana eega.

dhumugaa ma.
GAO

gosa mukaa.

dhungachiisuu go.
GAO

akka dhungatu(dhungattu)gochuu; Obboleettii haadha dhungachii seeti araarse.

dhungachuu go.
GAO

wal yaaduu irraa kan ka'e yookiin jaalala dhiiraafi dubartii gidduu jiruun kan ka'e hidhii ofiitiin ...

dhungannaa
GAO

"dhungoo" ilaalaa.

dhungoo ma.
GAO

hidhii wal tuqsiisa dhiiraafi dubartii yookiin dhiiraafi dhiiraa kan yaaduu yookiin jaalala  mul'is...

dhunguu
GAO

"dhungoo" ilaalaa.

dhuubbaa ad.
GAO

kan bishaaniin jiifame; Dhuubbaa boqqolloo tumeeti galaa qopheeffate.

dhuubisuu go.
GAO

akka dhuubu gochuu.

dhuubuu go.
GAO

waan akka midhaan daakamuu, tumamuu yookiin uffataa bisha keessa kaa'uu yookiin biahaaniin makuu; Ga...

dhuuffisuu go.
GAO

akka dhuufuu baasu gochuu. 2. gar malee dhaanuu, tumuu, rukutuu.

dhuufsisuu
GAO

"dhuffisuu" ilaalaa.

dhuuftuu ad.
GAO

sobduu yookiin kijibduu, afuuftuu;Iseen dhuuftuudhaa dubbii isee hinamanin. 2. tan dhuufuu baay'istu...

dhuufuu 1 ma.
GAO

1. hafuura xiraa'aa karaa hudduu bawu. 2. nama onnee hinqabne, sodaattuu.

dhuufuu 2 go.
GAO

1. waan xiraa'u garaa keessaa karaa hudduu baasuu. 2. sodaattuu ta'uu.

dhuufuu jaarsaa
GAO

"dhuufuu waraabessaa" ilaalaa.

dhuufuu jaartii
GAO

"dhuufuu waraabessaa" ilaalaa.

dhuufuu waraabessaa ma.
GAO

gosa ingudaayee yookiin commee kan hinnyaatamne, kan yeroo gogu yoo harkaan qaban aarri keessaa bawu...

dhuumfaa ad.
GAO

waan guutummaadhumatti kan nama tokkoo ta'e, kan namni biraa namaa wajjin hinhirmaanne; Qonnaan wali...

Sponsors