dhungachuu go.

GAO

Hiika

wal yaaduu irraa kan ka'e yookiin jaalala dhiiraafi dubartii gidduu jiruun kan ka'e hidhii ofiitiin tuquu; Obboleessi koo gaafa baadiyyaatii dhufe na dhungateeti na dubbise.
Sponsors