fageenya fiixee tokkoo kaasee hamma fiixee biraa gidduu jiru. dheertuu ad. dubartii yookiin waan bir...
waanti tokko akka nama hinqaqqabne jalaa fiiguu, baqachuu; Yeroo isa argitu dheessite.
1. fageenya irraa itti siqaa dhufuu; Lagatti dhi'aateeti boqote. 2. bakka barbaadamanitti mul'achuu;...