Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhi'aachuu go.
dhi'aachuu go.
GAO
Hiika
1. fageenya irraa itti siqaa dhufuu; Lagatti dhi'aateeti boqote. 2. bakka barbaadamanitti mul'achuu; Mana abbaa bokkuutti dhi'aateeti seera argate. 3. yeroon namatti gabaabbachuu; Beellamni itti db.i'aateera. 4. qophaa'ee nama fuuldura kaawwamuu; Irbaanni dhiyaateera.
Sponsors