Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dangoo ad.
GAO

sirriitti itti toluu irraa kan ka'een yookiin yeroo baay'ee sababa tureef biqiltuu guddatee dilbaaye...

dangoo ad.
GAO

sirriitti itti toluu irraa kan ka'een yookiin yeroo baay'ee sababa tureef biqiltuu guddatee dilbaaye...

dankaayuu ad.
GAO

geenjoo, kan itti himan hindhageenye.

dankaayuu ad.
GAO

geenjoo, kan itti himan hindhageenye.

dannaba ma.
GAO

asiifi achi jechun akka fardaatti garmaamsa.

dannaba ma.
GAO

asiifi achi jechun akka fardaatti garmaamsa.

dannabsuu go.
GAO

1. asiifi achii garmaamuu; As dannabsuu baay'isa, maaliif laataa? 2. farda garmaamsisuu. 3. kaachii...

dannabsuu go.
GAO

1. asiifi achii garmaamuu; As dannabsuu baay'isa, maaliif laataa? 2. farda garmaamsisuu. 3. kaachiis...

dannasuu go.
GAO

akka faranjiitti asiifi achi sosocho'aa ragaduu, sirbuu.

dannasuu go.
GAO

akka faranjiitti asiifi achi sosocho'aa ragaduu, sirbuu.

danqamaa ad.
GAO

kan danqame., kan haasaa hiikee haasa'uun isa rakkisu; Mucaa danqamaa kana ergaa natti hinergina.

danqamaa ad.
GAO

kan danqame., kan haasaa hiikee haasa'uun isa rakkisu; Mucaa danqamaa kana ergaa natti hinergina.

danqamuu go.
GAO

1 . Danqaraadha akka hindabarre dhowwamuu; Karaa darbaa dhabeen asitti danqame. 2. karaa ittiin Waan...

danqamuu go.
GAO

1 . Danqaraadha akka hindabarre dhowwamuu; Karaa darbaa dhabeen asitti danqame. 2. karaa ittiin Waan...

danqaraa ma.
GAO

muka dheeraa furdina qabu, kan karra yookiin balbala ittiin cufan, aguraa.

danqaraa ma.
GAO

muka dheeraa furdina qabu, kan karra yookiin balbala ittiin cufan, aguraa.

danqaraa ta'uu go.
GAO

warraaqa yookiin tarkaanfii dhowwuu, gufuu itti ta u; Hojii koo irratti danqaraa natti ta' e.

danqaraa ta'uu go.
GAO

warraaqa yookiin tarkaanfii dhowwuu, gufuu itti ta u; Hojii koo irratti danqaraa natti ta' e.

danqaramuu go.
GAO

danqaraadhaan cufamuu.

danqaramuu go.
GAO

danqaraadhaan cufamuu.

Sponsors