danqamuu go.

GAO

Hiika

1 . Danqaraadha akka hindabarre dhowwamuu; Karaa darbaa dhabeen asitti danqame. 2. karaa ittiin Waan yaada ofii bakkaan ga'an dhabuu; Hojii beekumsa isaatiin alaa itti kennanĀ  gurbichi danqamuu hinoolle.
Sponsors