Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
damooza ma.
GAO

horii qaxaramanii ji'a ji'aan namaaf kaffalamu, mindaa; Damoozni jalaa dhaabbanna  maatii isaa waan...

danda 'uu go.
GAO

1 . humni tokko humna biraa irra caalee, cimee wanna sana of jala oolchuu; Harreen kuntaala baachuu ...

danda'aa ad.
GAO

kan waa gochuuf, waa raawwachuuf humna qabu; Hunda  danda'aan waaqa.

dandeessuu ad.
GAO

1. dubartii obsa qabdu. 2. maqaa niitii mucaa ofiitiif warri isaa baasan.

dandii ma.
GAO

1. sararaa abidda qaammachuu baay'isuudhaan miillaafi harka irratti bawu. 2. bifa geeddarannaa yook...

dandii ma.
GAO

1. sararaa abidda qaammachuu baay'isuudhaan miillaafi harka irratti bawu. 2. bifa geeddarannaa yooki...

danfa ma.
GAO

1. bishaan bulluqee hoomacha baase; Danfa ofitti naqee of luqqise. 2. dafqa dhaqnaa.

danfisaa ma.
GAO

midhaan cal'aa danfaan bilchaate, mulluu wal keessa jiru yookiin mulluu bargoo bargii.

danfisuu go.
GAO

1. akka danfu gochuu.  2. aarii namatti 'uumuu;Dubbiin isaa nama danfisa.

danfuu go.
GAO

1. o'aan bulluqee hoomacha baasuu; Shayeen danfeera. 2. akka malee allananii, 'aaranii haasa'uu, koq...

dangaca ma.
GAO

ilka arbaa.

dangaca ma.
GAO

ilka arbaa.

Sponsors