danda 'uu go.

GAO

Hiika

1 . humni tokko humna biraa irra caalee, cimee wanna sana of jala oolchuu; Harreen kuntaala baachuu hin dandeenye; An hojii humnaa hojjechaa ooluu nan danda'a. 2. taayitaa yookiin aangoo waa gochuu nama dandeessisu qabaachuu; An si ajajuu hindanda'u.  waan hamaa yookiin badaa nama irra gaye obsuu; Rakkina danda'uu barbaachisa.
Sponsors