Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
daduu ma.
GAO

handaqii; Kanin nagadu daduu, Kanin argadhu aduu.

dafdaffiidhaan da. go.
GAO

dafanii dafanii, ariitiidhaan; Dafdaffiidhaan hojjechuun hojii hiiksa.

dafdaffiidhaan da. go.
GAO

dafanii dafanii, ariitiidhaan; Dafdaffiidhaan hojjechuun hojii hiiksa.

dafee ma.
GAO

shantamee, lojoo,otongoree, adongaarree.

dafee ma.
GAO

shantamee, lojoo,otongoree, adongaarree.

daffa
GAO

"danfa" ilaalaa.

dafii ma.
GAO

gulantaa balbalaa isa gad aanu, kan qofiin, balbalaa ittiin cufan keessa gadi lixu; Ijoolleen dafii ...

dafii ma.
GAO

gulantaa balbalaa isa gad aanu, kan qofiin, balbalaa ittiin cufan keessa gadi lixu; Ijoolleen dafii ...

Dafinoo ma.
GAO

maqa:a guyyaa Sanbata guddaadhaafi Facaasaa gidduu jiru Wiixata, hojjaduree

Dafinoo ma.
GAO

maqa:a guyyaa Sanbata guddaadhaafi Facaasaa gidduu jiru Wiixata, hojjaduree

dafqa ma.
GAO

bishaan yammuu nafni namaa o'u gogaa namaa irraan alatti fiilu, finiinu; Nampi baay'ee fiigu dhaqni...

dafqa ma.
GAO

bishaan yammuu nafni namaa o'u gogaa namaa irraan alatti fiilu, finiinu; Nampi baay'ee fiigu dhaqni ...

dafqaan bulaa ma.
GAO

nama hojjetee humna isaatiin jiraatu, hojjetaa; Dafqaan bulaan utubaa diinagdee biyyaati.

dafqaan bulaa ma.
GAO

nama hojjetee humna isaatiin jiraatu, hojjetaa; Dafqaan bulaan utubaa diinagdee biyyaati.

dafqisiisuu go.
GAO

1. dadhabsiisanii dafqa irra yaasuu; Wal'aansoon na qabee na dafqisiise. 2. waan bu'aa hinqabnetti a...

dafqisiisuu go.
GAO

1. dadhabsiisanii dafqa irra yaasuu; Wal'aansoon na qabee na dafqisiise. 2. waan bu'aa hinqabnetti a...

dafquu go.
GAO

dafqi nama irra yaa'uu.

dafquu go.
GAO

dafqi nama irra yaa'uu.

dafsiisuu go.
GAO

akka dafu gochuu, ariitiidhaan akka hojjetamu yookiin raawwatamu taasisuu;Hojii kana dafsiisii akka ...

dafsiisuu go.
GAO

akka dafu gochuu, ariitiidhaan akka hojjetamu yookiin raawwatamu taasisuu;Hojii kana dafsiisii akka ...

Sponsors