Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dafqisiisuu go.
dafqisiisuu go.
GAO
Hiika
1. dadhabsiisanii dafqa irra yaasuu; Wal'aansoon na qabee na dafqisiise. 2. waan bu'aa hinqabnetti akkasumaan dhamaasisuu;Akkasumaan na dafqisiifta malee hojiin kun bu'aa hinqabu.
Sponsors