qolli gumaa irraa kaafamuu; Missirri erga qolli irraa ceerceeramee booda affeelame.
qolli gumaa irraa kaafamuu; Missirri erga qolli irraa ceerceeramee booda affeelame.
gumaa qola keessaa baasuu, xaraxaruu, qolqoluu; Nyaatee quufnaan asheeta baaqelaa ceerceeruu calqabe...
gumaa qola keessaa baasuu, xaraxaruu, qolqoluu; Nyaatee quufnaan asheeta baaqelaa ceerceeruu calqabe...
dhibee ganna keessaa. luka duwwaa nama deemu qabu, keessattuu luka namaa gidduu kan dhodhoosu.
dhibee ganna keessaa. luka duwwaa nama deemu qabu, keessattuu luka namaa gidduu kan dhodhoosu.
maqaa booddeedhaan huddeelamee maqaan sun waan tanaan dura beekamu ta'uu isaa kan muldhisu; Fakkeeny...
akka characharu gochuu;Ilma ishii characharsiisteeti bu'aa isaatiin jiraatti.
mi'a jimlaan bitanii xixiqqeessanii yookiin tokko tokkoon gabaa yookiin suuqii keessatti gurguruu.
sagalee harree, farda ittiin apeemsisan; Yoo chee jedhanii miillaan qirqirsan fardi nigulufa; Chee! ...