Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
caccabsa ma.
GAO

hurraa taasisa.

caccabsaa ma.
GAO

1.nyaata qixxaa caccabsanii dhadhaa baqsaa barbarree wajjin itti naqanii qopheessan. 2. kan cabsu. ...

caccabsaa ma.
GAO

1.nyaata qixxaa caccabsanii dhadhaa baqsaa barbarree wajjin itti naqanii qopheessan. 2. kan cabsu. 3...

caccabsuu go.
GAO

1.hurraa taasisuu, bakka bakkatti buusuu;Qixxaa caccabseeti ijoolleedhaa hire. 2. boqqolloo dhuuban...

caccabsuu go.
GAO

1.hurraa taasisuu, bakka bakkatti buusuu;Qixxaa caccabseeti ijoolleedhaa hire. 2. boqqolloo dhuubani...

caccabuu go.
GAO

hurraa ta'uu, bakka bakkatti bawuu; Farda irraa kufeeti  lukti  isaa  caccabe.

caccabuu go.
GAO

hurraa ta'uu, bakka bakkatti bawuu; Farda irraa kufeeti  lukti  isaa  caccabe.

caf gochuu go.
GAO

sirriitti jiisuu.

caf gochuu go.
GAO

sirriitti jiisuu.

caf jechuu go.
GAO

alaafi mana guuttachuu, sooromuu.

caf jechuu go.
GAO

alaafi mana guuttachuu, sooromuu.

cafaqa ma.
GAO

maxinoo dhadhaadhaan laafee sukkuumame; Aannaniifi cafaqni  nyaata dargaggeessaati.

cafaqa ma.
GAO

maxinoo dhadhaadhaan laafee sukkuumame; Aannaniifi cafaqni  nyaata dargaggeessaati.

cafaqachuu go.
GAO

cafaqa qopheeffachuu.

cafaqachuu go.
GAO

cafaqa qopheeffachuu.

cafaqamuu go.
GAO

1.   cafaqaa ta'uu. 2. walitti laaqamuu yookiin marqamuu.

cafaqamuu go.
GAO

1.   cafaqaa ta'uu. 2. walitti laaqamuu yookiin marqamuu.

cafaquu go.
GAO

1.cafaqaa qopheessuu.  2. walitti marquu.

cafaquu go.
GAO

1.cafaqaa qopheessuu.  2. walitti marquu.

cafcafii ad.
GAO

qabee ya guutuu kan alaa manaa hir'ina hinqabne.

Sponsors