caccabsaa ma.

GAO

Hiika

1.nyaata qixxaa caccabsanii dhadhaa baqsaa barbarree wajjin itti naqanii qopheessan. 2. kan cabsu. 3.boqqolloo dhuubamee otuu hinbullaayin daakame. 4. nyaqarsa, keessattuu kan horii.
Sponsors