Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
buyyiitii 2 ma.
GAO

okkotee xinnoo.

buyyiitii l ma.
GAO

tokko tokkoon guura, bu'a.

buyyiitii l ma.
GAO

tokko tokkoon guura, bu'a.

C,c
GAO

qubee Oromoo kan tarree sadaffaa irratti argamu.

C,c
GAO

qubee Oromoo kan tarree sadaffaa irratti argamu.

caa jechuu go.
GAO

1. gar malee o'uu; Hoggaa eeleen caa jettu buddeen itti naqu. 2. soogiddi yookiin qimamiin itti baa...

caa jechuu go.
GAO

1. gar malee o'uu; Hoggaa eeleen caa jettu buddeen itti naqu. 2. soogiddi yookiin qimamiin itti baay...

caabii ma.
GAO

1. mi'a manaa kan suphee irraa qopheessanii bukoo itti bukeeffatan. 2. mi'a marqaa itti nyaatan.

caabii ma.
GAO

1. mi'a manaa kan suphee irraa qopheessanii bukoo itti bukeeffatan. 2. mi'a marqaa itti nyaatan.

caabitaa ma.
GAO

buddeena tokko; Buddeen xaafii caabitaan tokko dargaggeessa hinquubsu.

caabitaa ma.
GAO

buddeena tokko; Buddeen xaafii caabitaan tokko dargaggeessa hinquubsu.

caaccuu ma.
GAO

1. elellaa xixinnoo. 2. jifaara dubartii kan callee irraa qophaa'u.

caaccuu ma.
GAO

1. elellaa xixinnoo. 2. jifaara dubartii kan callee irraa qophaa'u.

caafamuu go.
GAO

qalamiidhaan dhahamuu, barreeffamuu, katabamuu.

caafamuu go.
GAO

qalamiidhaan dhahamuu, barreeffamuu, katabamuu.

caaffachuu go.
GAO

qalamiidhaan dhahachuu, barreeffachuu, katabachuu.

caaffachuu go.
GAO

qalamiidhaan dhahachuu, barreeffachuu, katabachuu.

caaffata ma.
GAO

qalamiidhaan dhahacha, barreeffacha, katabacha; Inni maqaallee caaffata hinbeeku.

caaffata ma.
GAO

qalamiidhaan dhahacha, barreeffacha, katabacha; Inni maqaallee caaffata hinbeeku.

caafuu go.
GAO

waraqaa irratti barreessuu, katabuu,

Sponsors