Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
caa jechuu go.
caa jechuu go.
GAO
Hiika
1. gar malee o'uu; Hoggaa eeleen caa jettu buddeen itti naqu. 2. soogiddi yookiin qimamiin itti baay'achuu; Waxii keessaa soogiddi caa jedhe. 3. bulluquutti dhiyaachuu; Bishaan caa jedhe luka namaa hingubu.
Sponsors