"korkorii" ilaalaa.
"bununii" ilaalaa.
xaafii diimaa dafee ga'u, meesoo.
silmii gabbate, buniitii.
"shooshoo" ilaalaa.
raammoo rifeensi isaa gurraacha ta'ee biilaa fakkaatu, abbaa coggaarree.
buqqee hinsiileffamne, yookiin hinmoofomne.
1. gosa hiddaa kan buusaan isaa dabaaqula fakkaatu; Buqqee duudaa dugdatti hidhataniiti bishaan daak...
lafee mataa
gosa buqqee gurraattii kan namni tokko tokko balbala irratti rarraafatu.
galabaa caccabee bullaaye, huuba.
nama hara malee dulloome, kan humna hinqabne dadhabaa yookiin dadhabduu.