Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
bu'aa bayii 1 da.go.
GAO

irraan oleefi irraan gadee kan qabu; Lafa bu'aa bayii guddatu deemeen dadhabe.

bu'aa bayii l da.go.
GAO

irraan oleefi irraan gadee kan qabu; Lafa bu1aa bayii guddatu deemeen dadhabe.

bu'aa l ma.
GAO

faayidaa (dantu) daldala irraa argamu,gatii fawuu bitanii gurguran  waan irratti dabalamu; Sadiin b...

bu'achuu go.
GAO

tokko tokkoon guurrachuu; Bosona deemanii qoraan bu' achuu,· Atara lafaa bu' achuu; w.k. f.

bu'achuu go.
GAO

tokko tokkoon guurrachuu; Bosona deemanii qoraan bu' achuu,· Atara lafaa bu' achuu; w.k. f.

bu'atamuu go
GAO

tokko  tokkoon guuramuu yookiin funaanamuu (keessattuu qubaan) .

bu'atamuu go
GAO

tokko  tokkoon guuramuu yookiin funaanamuu (keessattuu qubaan) .

bu'uu 1 go.
GAO

gadi deemuu yookiin wayi irraa utaaluu; "Muka koruun nama hindhibu bu'uutu nama dhiba malee, biyya o...

bu'uu 1 go.
GAO

gadi deemuu yookiin wayi irraa utaaluu; "Muka koruun nama hindhibu bu'uutu nama dhiba malee, biyya ...

bu'uu 2 go.
GAO

tokko tokkoon guuruu, funaanuu.

bu'uu 2 go.
GAO

tokko tokkoon guuruu, funaanuu.

bubbee ma.
GAO

qilleensa humnaan deemu yookiin warraaqu.

bubbee ma.
GAO

qilleensa humnaan deemu yookiin warraaqu.

bucbuc jechuu 1.go
GAO

dhangala' aan hirdhate socho' ee sagalee dhageessisuu.

bucbuc jechuu 1.go
GAO

dhangala' aan hirdhate socho' ee sagalee dhageessisuu.

bucbuc jechuu 2 go.
GAO

Sodaachuu, sodaan raafamuu. (onneen nama hir'atee).

bucbuc jechuu 2 go.
GAO

Sodaachuu, sodaan raafamuu. (onneen nama hir'atee).

buchi ma.
GAO

waamicha saree.

buchi ma.
GAO

waamicha saree.

buchii ma.
GAO

ilmoo saree, xuuxillaa, buchillaa.

Sponsors