bu'uu 1 go.

GAO

Hiika


gadi deemuu yookiin wayi irraa utaaluu; "Muka koruun nama hindhibu bu'uutu nama dhiba malee, biyya ormaa dhaquun nama hindhibu galuutu nama dhiba malee." keessa gadi seenuu, lixuu; Hallayyaa bu'anii cabuu Rabbi nama haa'oolchu.

Sponsors