boqqolloo buraaburree kan diimaafi adii makaa qabu.
midhaan agadaa kan lafa o'aa (gammoojjii) fi badda daree ta'etti margu, kan 'aangii irratti suuqqate...
akka mataa ol qabuuf boraatii mataa jala kaawuu.
"boolalee adii"
"hadaa" ilaalaa.
qixxaa qarqarri waan hinbilchaanne fakkaatu, kan daakuun irratti goge.
"baakaa" ilaalaa.
biyyee diimaafi gurraacha makaa.
1.waan akka dhangala'aa waliin dhawa, booressa. 2. dubbii waliin dhawa
dubbiin yookiin dhangala'aan waliin dhahamuu.
akka borcu yookiin borcitu gochuu