Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
bololuu go.
GAO

nyaata dharra'anii argatan daddafanii nyaachuu dhudha'uu.

bololuu go.
GAO

nyaata dharra'anii argatan daddafanii nyaachuu dhudha'uu.

bombaa’aa ad.
GAO

mirgoo ilkaan hincabsine.

bombaa’aa ad.
GAO

mirgoo ilkaan hincabsine.

bombaatuu ad.
GAO

raada ilkaan hincabsine.

bombaatuu ad.
GAO

raada ilkaan hincabsine.

bombisa
GAO

"qarcaasaa" ilaalaa.

bona ma.
GAO

1.yeroo roobni hinjirre kan birraatti aanee dhufu. 2.ji'oota caamsaa. 3.yeroo aduun hara malee ta'u;...

bona ma.
GAO

1.yeroo roobni hinjirre kan birraatti aanee dhufu. 2.ji'oota caamsaa. 3.yeroo aduun hara malee ta'u;...

bonee ad.
GAO

tan yeroo bonaa bishaan xiqqaan margitu.

bonee ad.
GAO

tan yeroo bonaa bishaan xiqqaan margitu.

bonko ma.
GAO

uffata dubartii kan gogaa irraa qophaawu.

bonko ma.
GAO

uffata dubartii kan gogaa irraa qophaawu.

boo'ii
GAO

1.lafa dhiphatee qotamee bishaan keessa yaa'u, Akka lolaan sanyii hin barre boo'ii baasi. 2. kutaa l...

boo'ii
GAO

1.lafa dhiphatee qotamee bishaan keessa yaa'u, Akka lolaan sanyii hin barre boo'ii baasi. 2. kutaa l...

Boo'ii baasuu go.
GAO

1.lafa qotanii karaa lolaan yaa'u uumuu. 2.sanyii facaasuuf lafa addaan qoqqooduu.

Boo'ii baasuu go.
GAO

1.lafa qotanii karaa lolaan yaa'u uumuu. 2.sanyii facaasuuf lafa addaan qoqqooduu.

Boobaa 1 ma.
GAO

leemman keessi qaawwaa kan soogidda itti naqatan.

Boobaa 1 ma.
GAO

leemman keessi qaawwaa kan soogidda itti naqatan.

Boobaa 2 ma.
GAO

waan akka shambaqqoo kan mormaa qabee amma mardhimmaaniitti diriiru, kan waan nyaatan keessaan liqim...

Sponsors