Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
bittinnaa'uu go.
GAO

olii gadi faca'uu.

bittinnaa'uu go.
GAO

olii gadi faca'uu.

bittinnaa’aa ad.
GAO

kan olii gadi faca'e.

bittinnaa’aa ad.
GAO

kan olii gadi faca'e.

bittinneecha
GAO

”bittinneessa” ilaalaa.

bittinneechuu
GAO

”bittinneessuu”  ilaalaa

bittinneeffamuu go.
GAO

olii gadi facaafamuu.

bittinneeffamuu go.
GAO

olii gadi facaafamuu.

bittinneessa ma.
GAO

olii gadi facaasa.

bittinneessa ma.
GAO

olii gadi facaasa.

bittinneessuu go.
GAO

olii gadi facaasuu; Namni horii bittinneessuu guddisu wayittuu hindhufu, hinsooromu.

bittinneessuu go.
GAO

olii gadi facaasuu; Namni horii bittinneessuu guddisu wayittuu hindhufu, hinsooromu.

bittinsuu
GAO

”bittinneessuu”  ilaalaa.

bituu go.
GAO

waan gurguramu gatii kennanii fuudhuu.

bituu go.
GAO

waan gurguramu gatii kennanii fuudhuu.

bixxillee ad.
GAO

qixxaa, daabboo yookiin buddeena xinneessanii walakkaa 'eeleetti tolchan.

bixxillee ad.
GAO

qixxaa, daabboo yookiin buddeena xinneessanii walakkaa 'eeleetti tolchan.

biyya ma.
GAO

1.lafa sabni mootummaan tokko bulchu irra jiraatu; Inni biYYa Jarmaniitti baratee dhufe. 2. bakkee i...

biyya ma.
GAO

1.lafa sabni mootummaan tokko bulchu irra jiraatu; Inni biYYa Jarmaniitti baratee dhufe. 2. bakkee i...

biyyee ma.
GAO

1.lafa bullaa’aa; Biyyee haadheeti qawwee keessa dhokse. 2. coraa lafaa kan qotamu. 3. lafa, ardii...

Sponsors