Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
barata ma.
GAO

waan duraan hinbeekne beeka, beekumsa argacha.

barata ma.
GAO

waan duraan hinbeekne beeka, beekumsa argacha.

barataa ma.
GAO

kan beekumsa argachaa jiru.

barataa ma.
GAO

kan beekumsa argachaa jiru.

barattuu ma.
GAO

an beekumsa argachaa jirtu, tan barachaa jirtu.

barattuu ma.
GAO

an beekumsa argachaa jirtu, tan barachaa jirtu.

barbaachisa ma.
GAO

waan gochuun nama irra jiruu,Jireenyaaf hojjechuun barbaachisa qaba; waan hundaafuu beekumsa qabaach...

barbaachisa ma.
GAO

waan gochuun nama irra jiruu,Jireenyaaf hojjechuun barbaachisa qaba; waan hundaafuu beekumsa qabaac...

barbaachisuu go.
GAO

akka barbaadu godhuu.

barbaachisuu go.
GAO

akka barbaadu godhuu.

barbaada ma.
GAO

waan bade, dhokate yookiin dhabame· arguuf dhama'a, bakkee jiru ilaalcha, gaafacha.

barbaada ma.
GAO

waan bade, dhokate yookiin dhabame· arguuf dhama'a, bakkee jiru ilaalcha, gaafacha.

barbaadamuu go.
GAO

1.nama biraatiin fedhamuu, jaallatamuu. 2. badanii yookiin dhokatanii bakkee jiran laallamuu, gaafat...

barbaadamuu go.
GAO

1.nama biraatiin fedhamuu, jaallatamuu. 2. badanii yookiin dhokatanii bakkee jiran laallamuu, gaafa...

barbaaddachuu go.
GAO

waan nama jalaa bade yookiin dhokate argachuuf dhama'uu, soqachuu.

barbaaddachuu go.
GAO

waan nama jalaa bade yookiin dhokate argachuuf dhama'uu, soqachuu.

barbaaduu go.
GAO

1. waan tokko kajeeluu yookiin fedhuu. 2. waan badee dhokate arguuf dhama'uu, ilaaluu yookiin gaafac...

barbaaduu go.
GAO

1. waan tokko kajeeluu yookiin fedhuu. 2. waan badee dhokate arguuf dhama'uu, ilaaluu yookiin gaafa...

barbadaa 1 ma.
GAO

daaraa o'aa giimii akkaatu, ramaxaa.

barbadaa 1 ma.
GAO

daaraa o'aa giimii akkaatu, ramaxaa.

Sponsors