Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
bara egger
GAO

"bara egeree" ilaalaa.

bara egger
GAO

"bara egeree" ilaalaa.

baraa ma.
GAO

sagalee tuffiin agarsiisan;

baraa ma.
GAO

sagalee tuffiin agarsiisan;

baraasa ma.
GAO

boolee yookiin nooraa diimaa.

baraasa ma.
GAO

boolee yookiin nooraa diimaa.

baraasaa ma.
GAO

biyyee adii.

baraasaa ma.
GAO

biyyee adii.

baraasisuu go.
GAO

akka baraasu gochuu.

baraasisuu go.
GAO

akka baraasu gochuu.

baraasuu go.
GAO

nooraa yookiin boolee dibuu; "Masalaalii irra dhaabbattu malee baaxii jala baraasuu hindhaqqabdu."

baraasuu go.
GAO

nooraa yookiin boolee dibuu; "Masalaalii irra dhaabbattu malee baaxii jala baraasuu hindhaqqabdu."

barabbara ma.
GAO

1. mi'a yookiin waan ta'e sassaaqanii waa barbaada, sakatta'a. 2. midhaan hoogdii (oobdii) irratti ...

barabbara ma.
GAO

1. mi'a yookiin waan ta'e sassaaqanii waa barbaada, sakatta'a. 2. midhaan hoogdii (oobdii) irratti...

barabbarachuu go.
GAO

keessa sassaaqanii barbaaddachuu,  sakatta' achuu.2. midhaan hoogdii irratti dhahamaa jiru kan jala...

barabbarachuu go.
GAO

keessa sassaaqanii barbaaddachuu,  sakatta' achuu.2. midhaan hoogdii irratti dhahamaa jiru kan jal...

barabbaramaa ad.
GAO

1.kan sassaaqamee keessaa barbaadame. 2. midhaan hoogdiitti yoo dhahamu kan jalaa gubbaatti garaga...

barabbaramaa ad.
GAO

1.kan sassaaqamee keessaa barbaadame. 2. midhaan hoogdiitti yoo dhahamu kan jalaa gubbaatti garag...

barabbaramuu go.
GAO

1.sassaaqamee keessa barbaadamuu. Sakatta'amuu. 2. midhaan hoogdiitti dhahamaa jiru kan jalaa gubbaa...

barabbaramuu go.
GAO

1.sassaaqamee keessa barbaadamuu. Sakatta'amuu. 2. midhaan hoogdiitti dhahamaa jiru kan jalaa gubba...

Sponsors