Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
baqaqsii'uu go.
GAO

akka baqaqsu gochuu.

baqaqsiifachuu go.
GAO

1. addaan baasifachuu, tarsaasifachuu. 2.lafa duudaa qochisiifachuu (qonnaa duraa calqabsiifachuu.) ...

baqaqsiifachuu go.
GAO

1. addaan baasifachuu, tarsaasifachuu. 2.lafa duudaa qochisiifachuu (qonnaa duraa calqabsiifachuu.)...

baqaqsuu go.
GAO

1. addaan tarsaasuu. 2.lafa badaa(duudaa) qonnaa duraa qotuu.

baqaqsuu go.
GAO

1. addaan tarsaasuu. 2.lafa badaa(duudaa) qonnaa duraa qotuu.

baqaqxuu ad.
GAO

1. tarsaatuu. 2. tan dhiira hinta'in, dhalaa yookiin nadheen. 3.tan iyya guddistu.

baqaqxuu ad.
GAO

1. tarsaatuu. 2. tan dhiira hinta'in, dhalaa yookiin nadheen. 3.tan iyya guddistu.

baqarii 1 ma.
GAO

farsoo geeshoo hinqabne, qariiboo.

baqarii 1 ma.
GAO

farsoo geeshoo hinqabne, qariiboo.

baqarii 2 ma.
GAO

baala dhadhaa yoo baksan urgaa isaatiif itti makan, kusaayee yookiin shokonaata.

baqarii 2 ma.
GAO

baala dhadhaa yoo baksan urgaa isaatiif itti makan, kusaayee yookiin shokonaata.

baqata ma.
GAO

waan hamaa jalaa kaacha, dheessa. namatti dhufuu diduu, nama jalaa deemuu; Sodaatamanii baqatamuu ir...

baqata ma.
GAO

waan hamaa jalaa kaacha, dheessa. namatti dhufuu diduu, nama jalaa deemuu; Sodaatamanii baqatamuu i...

baqfachuu go.
GAO

dhadhaa ofii jedhanii baqsuu.

baqfachuu go.
GAO

dhadhaa ofii jedhanii baqsuu.

baqfamuu go.
GAO

akka baqu godhamuu.

baqfamuu go.
GAO

akka baqu godhamuu.

baqsa ma.
GAO

dhadhaa, cooma yookiin waan akkasii abidda irra yookiin aduu keessa kaa'anii o'isanii dhangala'aatti...

baqsa ma.
GAO

dhadhaa, cooma yookiin waan akkasii abidda irra yookiin aduu keessa kaa'anii o'isanii dhangala'aatt...

baqsaa ma.
GAO

dhadhaa baqfame; "Baqsaadhaan malee addaannoon marqaa hinnyaatan."

Sponsors