Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
balalaa ma.
GAO

baala baarzaafii kan yeroo gogu bobeessan.

balalaa'uu go.
GAO

1. abiddi laboobuu yookiin arraba baasuu. 2. baay'ee aaranii loluu, oori'uu, dallanuu.

balalaa'uu go.
GAO

1. abiddi laboobuu yookiin arraba baasuu. 2. baay'ee aaranii loluu, oori'uu, dallanuu.

balaleessuu 1 go.
GAO

akkajibbamu gochuu.

balaleessuu 1 go.
GAO

akkajibbamu gochuu.

balaleessuu 2 go
GAO

akka bokoku gochuu, akka garaan afuufamu gochuu.

balaleessuu 2 go
GAO

akka bokoku gochuu, akka garaan afuufamu gochuu.

balali'uu go.
GAO

1. qilleensa yookiin Waaqa keessa kaachuu. 2. abiddi laboobaa baasuu.

balali'uu go.
GAO

1. qilleensa yookiin Waaqa keessa kaachuu. 2. abiddi laboobaa baasuu.

balaloota ad.
GAO

Kan garaan afuufame, kan bokoke.

balaloota ad.
GAO

Kan garaan afuufame, kan bokoke.

balaq godhuu go.
GAO

tasa ibsuu, tasa ifa kennuu.

balaq godhuu go.
GAO

tasa ibsuu, tasa ifa kennuu.

balaqqama
GAO

"haqqee" ilaalaa.

balaqqamsiisuu
GAO

"haqqisiisuu" ilaalaa.

balaqqamuu
GAO

"haqqisuu" ilaalaa.

balaqqee 1
GAO

"haqqee" ilaalaa.

balaqqee 1
GAO

"haqqee" ilaalaa.

balaqqee 2 ma.
GAO

ifa yookiin calaqqii yeroo waaqni didirrtsu yookiin mandi'u muldhatu, angaasuu.

balaqqee 2 ma.
GAO

ifa yookiin calaqqii yeroo waaqni didirrtsu yookiin mandi'u muldhatu, angaasuu.

Sponsors