Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
bal'oo 1 ad.
GAO

kan bal'aa taate.

Bal'oo 2 ma.
GAO

guyyaa roobin arbii dura dhufu, kiibxata, lammaffoo, baakaa, facaasaa.

Bal'oo 2 ma.
GAO

guyyaa roobin arbii dura dhufu, kiibxata, lammaffoo, baakaa, facaasaa.

balaa ma.
GAO

1 . waan hamaa namatti fidu, sababa; "Balaa keetin dhirsiifi niitiin wal dhaban" . 2. badii yooki...

balaa ma.
GAO

1 . waan hamaa namatti fidu, sababa; "Balaa keetin dhirsiifi niitiin wal dhaban" . 2. badii yookii...

balaaleffachuu go.
GAO

wal dhabuu,jibbuu.

balaaleffachuu go.
GAO

wal dhabuu,jibbuu.

balaaleffannaa ma.
GAO

diddaa yookiin jibba agarsiisa.

balaaleffannaa ma.
GAO

diddaa yookiin jibba agarsiisa.

balaaloo ma.
GAO

1. diddaa yookiin jibba. 2. wal dhabiitii, wal fedha dhaba.

balaaloo ma.
GAO

1. diddaa yookiin jibba. 2. wal dhabiitii, wal fedha dhaba.

balaccuu ad.
GAO

1. horii addi adii, booqaa, boddaa. 2. waan namatti cululuqu.

balaccuu ad.
GAO

1. horii addi adii, booqaa, boddaa. 2. waan namatti cululuqu.

balala 1 ma.
GAO

nama yeroo hojii (daboo) dhabamee yeroo nyaataa dhufu; Waasiin lammataa balbala irra teecheeti bala...

balala 1 ma.
GAO

nama yeroo hojii (daboo) dhabamee yeroo nyaataa dhufu; Waasiin lammataa balbala irra teecheeti balal...

balala 2 da.go.
GAO

yeroo tokko tokko, darbee darbee, turee turee; "Yeroo hunda hindhufu balala malee."

balala 2 da.go.
GAO

yeroo tokko tokko, darbee darbee, turee turee; "Yeroo hunda hindhufu balala malee."

balalaa abiddaa ma.
GAO

laboobaa yookiin arraba abiddaa.

balalaa abiddaa ma.
GAO

laboobaa yookiin arraba abiddaa.

balalaa ma.
GAO

baala baarzaafii kan yeroo gogu bobeessan.

Sponsors